9 Keessuma indabsina; d'iba keessumaa imbeetani, wonti akanatiifi isanileeni lafa Misiriti ya keessuma taatani.
Waaqi nama keessumafi ilmaani hiyyeeyifi nad'eeni hiyyeeyi waan isii d'owe dabse ha abaaruti. Duuba gumiini ch'ufti ha Amini! jettu.
Nama gosa d'ibi iti ch'ubbamtani indabsina; qaabad'a, aka isanileeni lafa Misirileti keessuma taatani.
Garbicha wahela keti sule nahu malte, akuma anini sii nahe.
Nami si keesa jiru tokoleeni, ka worra ufiiti saalfatu, injiru. Atini nama gosa d'ibi, ka si keesa tau dabsite, nad'eeni hiyyeeyifi ilmaani hiyyeeyile saamte.
Worri hiyyeeyifi haad'a hiyyeesa fit'e, nama gosa d'ibi, ka lafa teenna keesa taule, hobaase.
Tanaafi keessuma jaalad'a, isanileeni duri lafa Misiriti keessuma.
Ammo yo tisseeni suni guyya toko lamati induiini, abba suni woma intolchani; wonti akanatiifi tisseeni suni hori isaati.
Nama gosa d'ibi, ka isani keesa godaanu, waan hamtu intolchina.
Worra gosa Edomu injibbina, worri fiit'a teesani. Worra Misirile injibbina duri isani lafa isaani teetani.
Dureeyyiini nama sobde, nama saamte, hiyyeesafi nama gosa d'ibi, ka lafa worraa keesa taule, waan hamtu tolchite balleesiti.
Nama ana AABBO Waaqa male, waaqa d'ibi sorio baasu, ijeesa.