Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 23:7 - KITAABA WAAQA

7 Nama dubbi d'araatiini inimatina, ammalle nama d'ugaa qajeela inijeesiina; wonti akanatiifi anini nama waan hamtu tolche imbaasu.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 23:7
24 Referans Kwoze  

Iti deebitani inkiyyibiina duuba! Nami ch'ufti ha oboleesa ufiti d'uga dubbatuuti; wonti akanatiifi nuuni ch'ufti nafa Kristo keesati mita.


Waaqi nama gumbo fud'ate, nama woma keesa injirre ijeese, ha abaaruti. Duuba gumiini ch'ufti ha Amini! jettu.


Anini kakhu tiyya ta d'aloota kunki kunki jabeese ch'ubbufi hameenna worraa araaramafi; ammo anini d'aloota sadeesotiifi ka afreeso ka abbootini worraa daba tolchite ingaargalcha.


Waan d'ara indubbatiina, nama d'ara dubbatule d'uga intahiinaafi.


hameenna aka ch'ufa lagad'a.


Woma inhatina, yokhaani namale insobina, d'arale wolti indubbatiina.


Dalansuuni Waaqa ya mullatte gubbaa gadi buute, daba worra hamama ch'ufa ira buute. Worri hameenna ufitiini d'uga mullachu d'owa.


Askartileeni waan jette, Nu ammo maal tolchu malle? Inni waan jed'eeni, Nama tokole irreeni yokhaani kara d'aratiini hori ira imfud'atiina; ammo hori isani kennanii sifefad'a.


AABBO Waaqi hurre indallanu, ammo humna jabdu qaba, ta nama wo yakeeni gaargalchu. Fulla AABBO Waaqi deemu bubbeeni kaate, dumansileeni aka awaara miila isaa jala kaa!


Nama d'uga tolche qajeela dubbatu, ka hiyyeesa indabsine, ka harka isaatini gumbo imfud'anne, ka gurra isaatini waan ijeecha d'agayu, didu, ka ila isaatini waan hamtu ilaalu didu,


AABBO Waaqi nama nama d'uga gula deemu dabsufi yokhaani nama nama hama baasule diqole infed'u.


Yo atini ufi diqeesite Waaqati deebite, hameenna worra kanke keesa jiru ch'ufa keesaa baafte,


Abrahamuuni Waaqati d'iaate waan jed'eeni, Atini d'ugumati nama ch'ubbichafi ka ch'ubbu inqamnele woliini hobaafta?


Nama tokole yakite waan d'araatiini inhimatini.


Biyya keesa deemtani d'ara odeesitani gurra nama imballeesina; hojja nama dubbini qoraani ira deebite lubbu iti taate, ka isani waan suni beetani inch'alisina. Anini AABBO Waaqa.


Hojja nami lama jaaroleti woli himate jaaroleeni dubbi qorte, toko d'ugaa murte, kaani wollaala iti murte,


nama dansaati malate, nama woma iyyakini ijeecha iti murtu, diqole jaalate iwahelchituufi.


Kara hama gula deemu na d'owi, naasu tanteetiini seera kanke na barsiisi.


Waan kana hubad'a, ch'ubbichi gaargala inuma argata, ammo nami d'ugaa gaargala duraa baha.


Isani ya baddaani! Worra waan hamtuuni dansa jed'e, waan dansaani hamtu jed'u; ka dukana ifsa tolche, ifsa dukana tolchu. Ka waan had'aa mieese waan miaa had'esu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite