Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 23:22 - KITAABA WAAQA

22 Ammo hojja isani isi d'ageetani waan isiini jette ch'ufa tolchitani, anini nyaapa keesani ch'ufa isani iraa d'owa.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 23:22
12 Referans Kwoze  

Nama si eebisu anini eeba kennaafi, ammo nama si abaaru anileeni inabaara. Si gula anini gosa ch'ufaa eeba kennaa.


Inni abaarsa qara isani abaare ch'ufa nyaapa keesani ka isani jibbe isaani dabseti deebise,


Nami isani tuqe ya guma ilaa naa tuqe. Jennaani AABBO Waaqi Guddaani d'aamsa kanaani gara gosa gumi isaa saamte na erge waan jed'e.


Ilmaani worraa akuma duri taate, worrileeni gumi jabdu taha; ammalle nama worra dabsu ch'ufa imballeesa.


Worri janna nyeench'a ka wa gaadu fakaata; hojja inni rafu eentu dandae kaasa? Nama Israeli eebisu ineebisanifi, ka abaaru inabaarani.


Waaqi waan qajeela intolcha: inni worra isani gaargalchu ingaargalcha,


Yo isani AABBO Waaqa keesani saalfattani seera isaa ka anini arra isanii kennu kana garaa tokooni jabeesitani, inni gosa d'ibi lafa keesa jirtu ch'ufa ira isani guddisa.


Sodaafi mudamsuuni worra qabati. Worri jabeenna kanke arge aka d'akha ch'allise, haga gumiini tante ch'ufti dabartuti: gosa atini tissuma keesaa baafte, ee AABBO Waaqa.


Waaqi lafa Misiri keesaa worra baase; inni aka kotte gafarsa worraa kalche, worri nyaapa ufi fit'e hobaase, lafe isaani ch'ach'abse, t'iya worra bulleesa.


Ammo worri Israeli waan worra Hivitini jed'e, Ka isani hegeri lafa teenna keesa teetani, nu akami wold'ageeti isani woliini tolfanna?


Ee AABBO Waaqa, nama nani morkuuni morki, nama na had'u had'i!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite