10 Ganna jaa keesa lafa teesani fach'aafattani ammalle waan isiini baaftu murattani.
Ammo ganna torbeeso woma iti infach'aasina, ha bultuti, waan keesaa baha ch'ufa ha hiyyeesafi bineensi alaa nyaatu. Ammalle oobru zabibutiifi ta ejersa akasuma tolcha.
AABBO Waaqi gaara Sinai gubbati waan Musani jed'e,
Ammalle atini lafa aananifi dammi aka lola yauni nuu ind'ufne, yokhaani oobru mid'aanitifi ta zabibu nuu inkennine duuba atini amma tana waan nu sobdu seeta? Nu ind'umnuyu!
Hojja worri gosa d'ibi mid'aanifi waan d'ibile guyya Sabatotifi guyya jila deebie nu gurgure, nu iraa imbinnu. Ganna torbeeso ch'ufa lafa qotu lakimne, nama gati teenna qabule ch'ufa yaala baanafi.
hori keeti, bineensa alaa ka oobru teeti galule, waan isiini baaftu ch'ufa nyaad'a.