Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 21:17 - KITAABA WAAQA

17 Nama abbaafi haad'a arabse ha ijeesani.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 21:17
11 Referans Kwoze  

Nama abbaafi haad'a ufi abaaru lubbuuni isaa akuma ifse dukana keesati d'aamfani d'aamti.


Waaqi nama abbaafi haad'a isaati saalfachu didu ha abaaruti. Duuba gumiini ch'ufti ha Amini! jettu.


Nama gariti jira, ka abba ufi abaare haad'a ufiiti ineebimne.


Nama abba ufi goyeese haad'a ufi gaafa isiini jaarte tufatu ha ruumichi fooni isaa nyaate, haranqasileeni ila keesa guuratuti.


Yo nami woldide toko d'akhaani yokhaani harkaani d'ae ka inijeesiini wa tolche, nama isa akana tolche suni woma intolchina. Ammo yo nami d'aani suni ch'iise;


Abbeetiifi haateti saalfad'i, aka lafa AABBO Waaqi sii kenne keesati lubbuuni tante d'eerattu.


Yo nami ilma mataa jaba, ka dubbi nama ind'ageenne yokhaani ka haad'afi abba ufi ato d'aananile insaalfaneefi qaabate,


Duuba nami d'iira ka dira suni ch'ufti, ha woltibahe d'akhaani isa d'aane ijeesuti; akanaani hameenni akasi duraa baatani. Nami gosa Israeli ch'ufti, yo waan akana kana d'agaye, insodaata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite