Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 21:16 - KITAABA WAAQA

16 Nama nama gurguracha yokhaani tisse tolfacha jed'e hate ha ijeesani.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 21:16
8 Referans Kwoze  

Yo nami nama gosa isaa ka Israeli hatte tisse tolfate gurgurate hatticha suni ha ijeesani, akanaani hameenna akasi duraa baatani.


sharmut'afi midiisafi, nama nama d'ibi hatufi ka d'ara dubbate kiyyibu, yokhaani ka barsiisa d'uga lakise waan d'ibi tolchu.


Bunat'uuni gosa Midiani d'ufte jennaani Yusufu boola keesaa fuud'ani qarsi diddamati worra gosa Ishmaeliti gurgurani; duuba worri Yusufu fud'ate lafa Misiritiini gale.


Qarele lafa Ebrania keesaa irreeni na fuud'ani, armalle, ka anini woma iyyakini, naani d'ufani boola tana keesa na buusani.


worqifi qarsifi d'akha dadansafi dooqafi booftafi woya didiimtufi woya mid'aadufi shiida; mukha dadansafi miha gosa ch'ufa ka ilka arbatiifi ka mukha gati guddotiifi ka saldaqatiifi ka sibiilatiifi ka ch'abbi mid'aasaniini.


Nama abbaafi haad'a d'aane ha ijeesani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite