Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 21:15 - KITAABA WAAQA

15 Nama abbaafi haad'a d'aane ha ijeesani.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 21:15
7 Referans Kwoze  

Ammo wonti hubachu malani, seera nama dansaafi imid'aasine ammo worra akana tolchuufi mid'aasani — ka seera ch'absufi, ka wo yakufi ka Waaqa imbeenneefi ka daba tolchuufi worra aada Waaqa qulqullo gula iyaanefi worra abbaafi haad'a ufi ijeesufi ka nama fit'ufi


Nama abba ufi goyeese haad'a ufi gaafa isiini jaarte tufatu ha ruumichi fooni isaa nyaate, haranqasileeni ila keesa guuratuti.


Nama gariti jira, ka abba ufi abaare haad'a ufiiti ineebimne.


Waaqi nama d'ossani nama ijeese ha abaaruti. Duuba gumiini ch'ufti ha Amini! jettu.


Nama dallansuuni beekhaa nama ijeese, ha isale ijeesani, ato inni fulla sorio iti na baasanile d'eete.


Nama nama gurguracha yokhaani tisse tolfacha jed'e hate ha ijeesani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite