Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 21:12 - KITAABA WAAQA

12 Nama nama d'ae ijeese, isale ha ijeesani.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 21:12
11 Referans Kwoze  

Ka d'iiga namaa buuse, namati d'iiga buusa; wonti akanatiifi Waaqi fakeenna ufii gula nama mid'aase.


Yesoni waan isaani jed'e, Sheefti tante qalqalati deebisi; wonti akanatiifi nami sheefti fud'atu ch'ufti sheeftiini dua.


Nama nama ijeesu ha ijeesani,


Jennaani Daudini waan Nathanini jed'e, Anini yayu AABBO Waaqa ch'ubbame. Nathanini waan jed'eeni, AABBO Waaqi yayu si araarame, amma indootu.


Yo d'iiga keesani buusani, anini gati ira qaba. Yo nami yokhaani bineensi d'iiga suni buusele, anini gati ira qaba.


Yo inni waan kana intolchiinifi inni ka worra isii woma iraa imfud'anne gad'iisuti.


Waaqi nama d'ossani nama ijeese ha abaaruti. Duuba gumiini ch'ufti ha Amini! jettu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite