11 Yo inni waan kana intolchiinifi inni ka worra isii woma iraa imfud'anne gad'iisuti.
Yo nami nad'eeni lameeso fuud'ele, niitiini qara ha waan ch'ufa, sagaleefi gaad'ale, akuma duri argattu.
Nama nama d'ae ijeese, isale ha ijeesani.