Bahisa 20:5 - KITAABA WAAQA5 Waan boch'ani mid'aasani kana tokole dura gajette inkad'atiini; wonti akanatiifi anini, AABBO Waaqi kanke, waan d'ibi na biraani kad'atani inoobsu. Anini ammalle nama jibbuufi d'aloota worraa ka sadeesotiifi ka afreesole gaargala itiini d'ufa. Gade chapit la |
Inni waan aka harkaa jira d'eerefate rifeensa mata na qabe. Jennaani daayya tana keesa lubbuuni AABBO Waaqa oli na fuute, Yerusalemu na geesite, naabo Mana Waaqa garaa keesa fulla fullooni mirga fuula deefatutini na d'ufte. Fulla fullo suni waan harkaani boch'ani kad'atani, ka AABBO Waaqi aka male jibbuti jira.