Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 20:22 - KITAABA WAAQA

22 AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Waan atini worra Israelitini jettu, Isani yayu gartani, aka anini gubbaa isaniini dubbad'e.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 20:22
6 Referans Kwoze  

Gaara Sinaiti atini gubbaa gabuute, gumi tanteeti dubbate Seerafi barsiisafi aada dansaafi ta d'uga kenniteefi.


Inni qonqo isaa gubbaa isani d'ageesise, aka akasiini woi isaniti himu, lafa tana iraleti ibida isaa qulqullo isani garsiise ammalle ibida suni keesaa isaniini dubbate.


Nami tokoleeni, ka Waaqa ibida keesa dubbate, aka isani d'ageetani kana d'agaye lubbu bulle injira?


waan jettani, me ilaala, AABBO Waaqi keenna ya guddinnaafi jabeenna ufi nu agarsiise, qonqo isale ya ibida keesaa d'ageenne: Nu arra Waaqa namaani dubbate nami ira hafe jiraate la agarre.


Nami lubbu qabu tokoleeni ka eegi Waaqa jireenna ka ibida keesaa dubbate d'agaye jiraate injira?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite