Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 20:21 - KITAABA WAAQA

21 Duuba biyyiti fago ejaanjite, ammo Musani dukana sipe taani fulla Waaqi jiruti deeme.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 20:21
11 Referans Kwoze  

Jennaani Solomonini Waaqa kad'ate waan jed'e, Ee AABBO Waaqa, atini adu guba keete, ammo dumansaafi dukana fohate keesati galta.


Dumansaafi dukanti isa marsiti; inni d'ugaafi qajeelumani lafa fida.


Nami indoone isa ch'alla; inni ifsa nami iti d'ufu indandeenne keesa taa. Nami tokoleeni taka isa ingarre, tokoleeni dandae isa inargu. Ulfinnafi jabeenni ka isaa tahinna, haga hegeri! Amini.


Inni gubba gargari tarsaase, dumansa guraacha miila ufii jala kaye gadi bue.


Jennaani Solomonini Waaqa kad'ate waan jed'e, Ee AABBO Waaqa, atini dumansaafi dukana fohate keesati galta.


Atini gubba aka waaro ballifte,


Bokaya d'akhaani roobufi ibidi bibiliqu angaasu isa dura jirtu keesaa bahe, dumansa guraacha keesa dabre.


Tunini seera AABBO Waaqi gaafa isani fulla gaarati wolti baatani isanii kenne. Gaafa inni qonqo jabduuni ibidaafi, dumansa guddafi dukana guddo keesa isaniini dubbate, inni seera kana isanii kenne kad'ibiniti. Duuba inni seera kana d'akha hahafalicha lamaani irati t'aafe nati kenne.


Anini gaafasi jiddu teesanifi ta AABBO Waaqa eje, aka waan inni jed'u isaniti himu, waan isani ibida sodaatani gaara olkoru diddanifi. AABBO Waaqi waan jed'e,


Duuba Musani gaara kore Waaqa argu d'aqe. Achiti AABBO Waaqi isaani dubbate waan jed'eeni, Waan atini worra Yakobo ka gosa Israelitini jettu,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite