Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 2:9 - KITAABA WAAQA

9 Intalti Farao waan isiini jette, Daima kana fuud'i, duuba anini waan si male sii kenna. Tanaafi niitiini taani daima fuute guddifte.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 2:9
2 Referans Kwoze  

Intalti Farao waan jetteeni, Ee, beeni. Duuba isiini deemte haad'a daima kaani d'alte yaamte.


Eegi suni daimi guddannaani isiini intala Faraotiini d'ufte, duuba isiini ilma tolfatte waan ufiini jette, Anini bisaani keesaa isa fuud'e, tanaafi maqa isaa Musa baasa jette.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite