Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 19:8 - KITAABA WAAQA

8 Worri ch'ufti woligale waan jed'e, Waan AABBO Waaqi jed'e ch'ufa intolchina. Duuba Musani qonqo worraa ch'ufa AABBO Waaqati deebise.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 19:8
9 Referans Kwoze  

Jennaani inni kitaaba wold'aqisaa ka aada AABBO Waaqaa keesati t'aafani fuud'e qonqo olfud'ate biyyaa soome. Worri waan jed'e, Nu waan AABBO Waaqi jed'e guunne tolchina.


Musani deebie seerafi gorsa AABBO Waaqi jed'eeni ch'ufa worrati hime. Nami ch'ufti qonqo takaani jalaa qabe waan jed'e, Waan ch'ufa ka Waaqi jed'e intolchina.


jaarole teenna woliini, inkakhanna aka, hojja nu kakhu suni ch'absine abaarsa argannu. Kakhuuni suni tana: aka nu Seera Waaqi Musani nuu kenne jalati bullu. Ammalle aka nu waan AABBO Waaqi guddaani keenna nu barsiisu guunnu; ammalle aka nu seerafi waan inni fed'u ch'ufa jabeesinu.


Duuba biyyiti waan Yoshuani jette, Nu AABBO Waaqa keenna hojanne dubbi isaa gula yaana.


waan Musani jed'ani, Atini nuuni dubbad'i, nu si ch'aqamna, ammo Waaqi ch'allaani nuuni indubbatiini; yo inni nuuni dubbate nu inhobaana.


Biyyiti dubbi suni ind'ugeefatte, ammalle aka AABBO Waaqi worra Israeliti d'ufe gaargala worraa arge d'ageennaani, mataani lafati gajejed'ani isa guddisani.


Biyyiti waan Yoshuani jette, Hiyo, akananiti, nu AABBO Waaqa inuma hojanna.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite