Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 18:22 - KITAABA WAAQA

22 Worri ha yo ch'ufa waan nami irati wold'abe qore dubbi dandaani hobaasani buufate, ta dad'abe sitiini d'ufu, aka akanaani hujiini sii sablatte hafuura baafattu.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 18:22
12 Referans Kwoze  

Duuba anini gabue, artiti siini dubbad'a, ammalle jabeenna lubbuu ka qara si kennele haga gari siraa fuud'e worraa kenna. Akanaani worri si qarqaare, baani worraa siti sablate, wahela argatta.


Worri balbala Gileaditi mataa, ilma Makiri ka ilma Manase, ka ilma Yusufu, gara Musatiifi jaarole taani d'aqe,


Worri yae Musafi qaallu Eleazarifi jaarole taanifi gumi ch'ufa dura fulla balbala Waaro Woyyuma ejaanjani waan jed'ani.


Maro waan isa tolchani imbeennefi isa fuud'ani Musafi Harunifi gumi ch'ufa duraani d'ufani, isa hid'aansa keesa kayani.


Duuba worri sunini maro ch'ufa biyyaa dubbi ilaale, ammo dubbi jajabdu Musati lakise, dubbi didiqo d'ibi worrumaani fit'e.


Maro waan kanatifi isani gibira baaftani; wonti akanatiifi jari wo fidu kunini, yo hojatu, Waaqaa hojachu jira.


Atini ufumaani ufi dad'absiifte worra kanale dad'absiifta. Wonti atini kobaa tolchitu kunini guddo sii d'iba.


Yo atini akuma Waaqi jed'e waan kana tolchite, hujiini sunini si indabsattu ammalle biyya tana ch'ufa wollaala worraa qorte murte, worri gammadaani si biraa gala.


Ezra, atileeni, qarooma Waaqi kanke sii keenne kanaani, jaarole lafa fidduufi jaallaboota, worra lafa Efrati ka Seera Waaqa kanketi keesati fidamu fiddu, fohad'i. Nama waan Seera suni imbeennele ch'ufa barsiisi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite