Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 18:18 - KITAABA WAAQA

18 Atini ufumaani ufi dad'absiifte worra kanale dad'absiifta. Wonti atini kobaa tolchitu kunini guddo sii d'iba.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 18:18
7 Referans Kwoze  

wonti akanatiifi inni jireenna ufi baase, diquma induiini maro huji Kristotiifi, aka qarqaarsa isani naa kennu indandeenne naa kennu.


Anini waan qabu ch'ufa gammadaani baasa, nafa kiyyale, aka isani qarqaaru. Yo anini guddise isani jaalad'e, jaalalti teesani dandeete diqaatti?


Jennaani Yethrooni waan jed'e, Wonti atini tolchuu jirtu kunini qajeelaniti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite