Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 18:15 - KITAABA WAAQA

15 Musani waan jed'eeni, Wonti akanatiifi biyyiti waan Waaqa naraa barachu d'ufte.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 18:15
9 Referans Kwoze  

Musani dubbi isaani AABBO Waaqa beesise,


Duuba Musani waan jed'eeni, eega, haga anini AABBO Waaqa iraa waan isani tolchani d'agayuti.


Ammo nama gariti jira, ka reefa tuqe aada gula qulqulluma ufi d'abe; tanaafi dandae guyya suni aada Pasaka inguutu. Worri sunini gara Musafi Haruni d'aqe,


Soddaani isaa waan inni tahe kana ch'ufa arge jennaani waan jed'eeni, Wonti atini teete biyya tolchitu kuni maani? Ati maafi waan kana ch'ufa ufumaa tolchita, ka biyyiti haga diirama siti d'ufte haga galgala si bira ch'iifte si gaargalchitu?


Eegi Yoshuani due worri Israeli waan AABBO Waaqaani jed'e, Gosa teenna keesa gochiti qara ta d'at'e worra Kanaani haatu tami?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite