Bahisa 18:14 - KITAABA WAAQA14 Soddaani isaa waan inni tahe kana ch'ufa arge jennaani waan jed'eeni, Wonti atini teete biyya tolchitu kuni maani? Ati maafi waan kana ch'ufa ufumaa tolchita, ka biyyiti haga diirama siti d'ufte haga galgala si bira ch'iifte si gaargalchitu? Gade chapit la |