Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 17:12 - KITAABA WAAQA

12 Ammo Musani dad'abe harki iraa bue jennaani Harunifi Huriini d'akha fuud'anifi, inni ira tae. Duuba worri lachu gama gama isaa eje harka isaa olqabe, haga aduuni d'iituti.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 17:12
15 Referans Kwoze  

Harka dad'abbi qabuufi miila lalaafe hollatu jabeesa, nama garaa lafeeni waan jettani, garaa jabaad'a, insodaatina,


Wonti akanatiifi anini imbeekha, waan kad'acha teesanitiifi maro qarqaarsa Lubbu Yeso Kristotiifi inuma gadi na lakisani.


Tanaafi harka keesani ka aare isani iraa bue olfud'ad'a! Jilba keesani ka lalaafe qajeelfad'a!


Nule Waaqa kad'ad'a, oboleyaani tiyya.


Waan kana ch'ufa kad'achaani tolfad'a qarqaarsa Waaqa kad'ad'a. Hojja ch'ufa Waaqa kad'ad'a, akuma Lubbuuni isani agarsiiftu. Maro waan kanatifi hojja ch'ufa kurfo eegad'a; ufi injibaatiina, hojja ch'ufa gumi Waaqati kad'ad'a.


akuma isanileeni kad'acha teesaniini nu qarqaartani. Kara kanaani kad'acha heddu ta nuu kad'atani d'agayani, Waaqileeni nu eebisa; duuba nami hedduuni qonqo olfud'ate maro teennaafi galata deebisa.


Yo kad'ate inni d'ugefachu male, diqole rinch'ich'u himmalle; wonti akanatiifi nami rinch'ich'u ch'ufti aka d'awa galaana ka bubbeeni d'ooftu jira.


Woraanafi d'agara kanke fud'ad'i, kooti, nama na reebu duraa na baasi, lubbu tiyyaani, Anumati si baasa jed'i.


Hojja ch'ufa kad'ad'a, indad'abiina, ilaafiina, Waaqaa galata deebisa.


Hojja Musani harka olqabatu ch'ufa, worri Israeli worra Amaleki dabsate, ammo yo inni harka gadeefatu ch'ufa worra Amalekiti ka Israeli dabsate.


Akanaani Yoshuaani worra Amaleki dabsate naasu male hobaase.


Musani waan jaaroleeni jed'e, Isani armumati nu eega, haga nu gaddachaanuti. Harunifi Huriini isani woliini jirani; duuba nami wold'abu ch'ufti ha worrati yau.


Wonti akanatiifi Yoshuani haga nama dira suni keesa jiru ch'ufa balleesani fit'aniti, woraani inni gara dira suni qabe kaani gadi indeefanne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite