Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 15:9 - KITAABA WAAQA

9 Nyaapi waan jed'e, Anini worra reebe qaqaba; anini hori worraa ch'ufa gargari qoode haga fed'u fud'ad'a; anini sheefti tiyya qalqala keesaa baase worra balleesa.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 15:9
15 Referans Kwoze  

worri waan boojiani qoodachu jiraniti? Dubra tokofi lama ta d'iira ch'ufa, woya dansa ta d'iira ch'ufa, woya dansa ta Sisera, woya ch'okhani ta hayyitiini mormati keeyattu.


Hayyuuni Misiri aka worri sunini baqate iti himani jennaani isaafi hojattuuni isaa herega garagalfatani waan jed'ani, Nu qara maani taane worra Israeli gad'iimne amma tissele d'amne?


Ammo yo nami isa ira jaba d'ufe isa dabsate, inni woraana abbaani kaani d'aabatu kaani isa iraa boojia.


Tanaafi anini fulla guddinna ta hayyooti gugurdoni irre qabdu teetu isaa kenna. Waan inni fed'i ufitini jireenna ufi baase worra ch'ubbu woliini duefi. Inni ch'ubbu nama heddu fed'ate, ammalle aka ch'ubbu worra suni araaramanifi Waaqa kad'ate.


Atini t'iya teetiini gudda worra duulaa woraante, hojja worri aka bubbe nu balleesu d'ufe, aka nama hiyyeeyi d'ossaani dabse gammadu.


Benjaminini yai hamtu, ta halkanifi guyya ijeefte wo nyaattu.


Waaqi lafa suni tokoleeni yoomi lafa ufi harka kiyya keesaa baase? Isani akami, ka waan suni ch'ufa quba qabdani, Waaqi Yerusalemu imbaasa jettani re?


Benhadadi d'ibiini gadi dachae waan Ahabuni jed'e, Benhadadini waan jed'u, Hojja anini nama dira keesani kana balleese d'ukeese, d'uke isaa fuud'e natiini galu isaniti inergini, waaqi na balleesina!


Jennaani isiini qoonqo Eliyaati ergite waan jette: Waaqi na ijeesinna, hojja anini bori aka atini raagoota suni ijeefte si inijeesiini.


Daudini AABBO Waaqa gaafate waan jed'e, Nyaapa kana reebe ind'aqaba? Inni waan jed'eeni, Reebi, atini d'aqabde worra boojianile ch'ufa iraa buufta.


Anini nyaapa kiyya reebe dabsad'e, haga balleesuti yaala imbahu.


Nami hiyyeesi, ka ufi inguddimne, kiyyibaa hori saame qoodatu ira gooma.


Hayyu Misiri maqa d'ibi baasafi: kiyyibaa iyyaa deemu, ka qoomni ufi balleesu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite