Bahisa 15:14 - KITAABA WAAQA14 Gochiti waan suni d'ageete jennaani naate hollatte; worri Filisti aka hama mudame. Gade chapit la |
Worri waan Yoshuani jed'e, Aabbo, woni nu akasi taanefi, waan nu d'ageenne AABBO Waaqi keesani d'uguma waan hojattu isaa Musani jed'e, Anini lafa tana ch'ufa isaanii kenna yo iti d'uftanile nama keesa jiru ch'ufa fit'a. Duuba woni nu akasi taanefi, guddo isani sodaanne, waan lubbu teennale d'amnu seene.