Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 15:1 - KITAABA WAAQA

1 Duuba Musafi worri Israelileeni faaru tanaani AABBO Waaqa faarsani: Anini AABBO Waaqa faarsa, waan inni aka jaba nyaapa ufii dabsateefi; inni ya fardafi worra yaabatule galaanati jisse.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 15:1
27 Referans Kwoze  

Sirba Musa hojattu Waaqatiifi sirba Ilme Hoola sirbu jirani: Aabbo, Waaqa Gudda, wonti atini tolchitu ch'ufti waan mamaati! Karaani kanke ka d'ugaati ammalle qajeela!


Miriamuuni sirba kana worraa sirbite: AABBO Waaqa faarsa, waan inni nyaapa ufii dabsateefi; inni yayu fardafi yaabatu isaale galaanati jisse.


Jennaani gumiini isaa dubbi isaa d'ugeefate isaa faarsite.


Worri AABBO Waaqa maro jaalala isaa ta ind'umanneetiifi waan mama ka inni worra tolchele galata deebisuu male.


Maskali gubbati Kristoni jabeenna mohachafi irre gubba balleese, waan suni ch'ufa aka waan duuli boojie galche diidati nama agarsiise.


Worri AABBO Waaqa maro jaalala isaa ta ind'umanneetiifi waan mama ka inni worraa tolchele galata deebisuu male.


Anini amma imbeekha, aka AABBO Waaqi waaqoota ch'ufa ira gudda; wonti akanatiifi inni yayu gumi Israeli harka gosa Misiri, ta worra tufate dabsate, keesaa baase.


Duuba Musani harka isaa galaana ira qabe, lafti bariinaani bisaani galaana irre jabduuni deebiani. Worra Misiri ka jiddu baqachuu jiru AABBO Waaqi bisaani ira deebise hobaase.


Gaafasi worri Israeli faaru tana d'aate: Ee madoole, bisaani nu kenna. Nuleeni imfaarsina.


Atini bisaani galaana gargari qoode, kara gumi teeti tolchite lafa goddu ira taakisiifte; jari gumi suni reebe d'immu bisaani lit'e, d'akhaa galaana diima keesa buu fakaate.


Maro huji isatifi guyya ch'ufa isa faarsani atinileeni isa faarsu malte.


Atini fulla anini iti d'okhad'u, ka gaargala duraa na baaftu, waan atini na qorqoratuufi anini baafama kanke faarsa.


Yo atini worra mudamsiifte, ee Waaqa Yakobo, fardooleefi nami yaabatuleeni akanumati jige raawate.


Duuba akanaani inni gumi inni fohate baase dura deeme worrileeni gammade sirbe.


Ch'ubbichi dabuma ufitini haada ufi kaya, ammo nami d'ugaa gammade ufumaa sirba.


Faaru hareetini AABBO Waaqa faarsa; lafti ch'ufti ha isa faarsitu! Isani worri baariini keesa yaufi wonti baariini keesati gala isa faarsa! Lafa fagootifi nami isi keesa tauleeni isa faarsa!


fardoole nama yaabatule hobaase, gaari fardi hirkisufi nama oofule balleese.


anini inuma gammade qilit'ama, waan AABBO Waaqi na baaseefi.


Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Harka kanke galaana ira qabi, ha bisaani worra Misiritiifi gaari worraatifi farda worrale ch'ufa ira deebianiti.


Ammo, Ee AABBO Waaqa, nami ch'ufti si sodaata. Yo atini dallantu nami tokoleeni dandae si dura inejju.


Ammalle AABBO Waaqi waan jed'u, Anini deebie aka isiini maqa Baali d'ooftu diqole ee injed'u.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite