Bahisa 14:25 - KITAABA WAAQA25 Ammalle inni miila gaari worra Misiri lafati mat'anse, duuba gaari worraa chochou d'owe. Worri Misiri waan jed'e, Worra Israeli kana biraa nu baqachiisa. Wonti akanatiifi Waaqati worraa kalche nu had'uu jira! Gade chapit la |
Anini AABBO Waaqa, ka d'aatu fulla sorio iti qalani eju arge. Inni waan jed'e, Fiit'e utuba Mana Waaqaa d'ai, aka mikhikili balbalaa chochou. Utuba suni fiit'e iraa ch'ach'absi, aka fiit'eeni suni nama arti jiru ch'ufa ira jiddu. Duuba anini nama hafe kaani ch'ufa goraadeeni balleesa, tokoleeni na dura bahe imfiigu.