Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 12:7 - KITAABA WAAQA

7 Duuba nami ch'ufti ha d'iiga fuud'e siddoofi mikhikila balbala mana fooni keesati nyaatani dibani.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 12:7
12 Referans Kwoze  

D'ugefachaani inni jila Pasaka tolche, d'iiga balbalati fifit'e, aka malaikaani nama hobaaftu angafa d'iira ka gosa Israeli intund'e.


Ammalle Seera gula waan ch'ufa d'iigaani qulqulleesani; dabale, yo d'iiga jissani ch'alla araaramani.


Inni d'iiga ufitiini nu bite nu baase, daba keenna nu araarame. Eebiti Waaqa,


Maro fed'i Aabbo Waaqatiifi isani fohatani, aka Lubbu isaatiini gumi qulqullo taatani, Yeso Kristo ee jettani guuttani, d'iiga isatiini qulqulloftani. Eebafi nagaya guddisa argad'a.


Sorio tokooni inni ya worra daba iraa qulqulleesani haga hegeri qit'e tolche.


Nama Ilma Waaqa tuffatu, ka d'iiga wold'aqisa Waaqa ka isa qulqulleese bilaasha sehu, ka Lubbu eebaa arabsu, maal tolchani re? Gaargala isaa, aka inni hama, me herega!


Mikhikila balbala manatifi ka fullole irati t'aafa.


Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullooni olseenani balbala lama ta mukha ejersatini mid'aasani iti mid'aasani, fiit'eeni balbala suni jiddu keesani gaafa fakaati.


Beeni, dira Yerusalemu kana ch'ufa keesa deemi, nama waan hamtu dira kana keesati tolchani ch'ufaa jed'e laalefate bohu, adda isaani beesisa ira kayi.


D'iigi mana dibani akheekha isanii taha. Yo anini d'iiga suni arge, isani bira dabra, duuba gaargali anini lafa Misiritiini d'ufu tokoleeni isani ingahu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite