36 Duuba AABBO Waaqi worra Misiri worra Israeliti saalfachiise, worri waan worri fed'u ch'ufa kenneefi. Akanaani worri Israeli worra Misiri saamate.
gaargala isaa ch'ufa nagayaani keesaa baase. Yusufuni Farao hayyu Misiri dura d'umnaani, Waaqi adaba dansaafi qalbi kenneefi. Faraoni Yusufu lafa Misiritiifi worra isaaleti jaallaba tolche.
Ammo anini gosa worra tissele tolchite wollaala iti mure gaargalcha; ilmaani tante, gaafa achii baatu, hori guddaani baati.
jennaani AABBO Waaqi Ashpenazi isaa naasise.
Jennaani inni worra Israeli lafa suni keesaa baase dura deeme; worri ka qarsifi worqi baatu, ka fayyaafi jabeenna qabu, lafa suni keesaa bahe.
AABBO Waaqi worra Misiri worra Israeliti saalfachiise. Tana male, hojattu Faraotiifi nami Misiri ch'ufti Musa aka nama gudda heregani.
Ammo AABBO Waaqi Yusufu jaalate lakisu dide, gudda mana hid'aansale naasiseefi.
Waaqa faarsani, biyyiti ch'ufti worra jaalatte. Guyya ch'ufa Aabbooni nama baafamu gumiti dare.
Nami waan AABBO Waaqa gammachiisa ch'alla tolchu nyaapa isaale wold'aqani nagayaani woliini taani.
Amma worra Israeli ch'ufati dubbad'i waan jettuuni, Nami ch'ufti d'iirafi nad'eenileeni nama woliini jirtani faaya worqifi qarsiini mid'aasani iraa kad'ad'a.
Nami olla worraa ch'ufti worra qarqaare, miha qarsiti, worqi, woreega, geejiba, waan dadansa d'ibifi waan Mana Waaqa keesati Waaqa baasanile kennanifi.