Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 12:30 - KITAABA WAAQA

30 Farao, hojattu isaati, worri Misiri ch'ufti halkani lafaa kae aka hama bohani; wonti akanatiifi lafa Misiri keesa mani tokoleeni ka nami keesa induiini injiru.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 12:30
9 Referans Kwoze  

Lafa Misiri ch'ufa keesa boha guddo ta takuma duraani inargini ta yokhaani iti deebianile ingarreti d'ufa.


Oobru zabibule ch'ufa keesati imbohani. Wonti akanatiifi anini lafa teesaniti d'ufe isani gaargalcha. Tunini dubbi AABBO Waaqi jed'e.


Waaqi, yo dubbi nama naasu inqamne qoru, isale inahu; ammo naasuuni qorsuma dabsatti.


Halkani guddo qonqooni d'ufte, Abbaani fuud'a kana, koota isa arga jed'ani.


Nama boha hiyyeesa ch'aqasu dide, ato inni qarqaarsa bohele isa inch'aqasani.


Nami ch'ufti d'ulla guure bohe Waaqa qarqaarsa kad'ate.


Inni dallansu ufii galfachu dide, lubbu worrale baasuu dide, ch'iisa hama iti buuse worra hobaase.


Inni d'ukuba ufi dura erge, ch'iisi hamaleeni faana isaa d'ufa.


Faraoni waan jed'eeni, Waaqi na didinna, yo anini isanifi ijoolle teesani gad'iise! Anini aka isani mala hama garaa qabdani arraa kale inargini.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite