Bahisa 12:19 - KITAABA WAAQA19 Bulti torba keesa bukho mana keesani keesati nami inargini; yo nami tokoleeni waan bukheesani nyaate, nama suni gumi Israeli keesaa kutani, ato keessumafi nama lafa suniti d'alatele taate. Gade chapit la |
Hojja sagale jila suni nyaattani, qit'a bukho qabu inyaatina. Haga guyya torba qit'a bukho inqamne nyaad'a akuma gaafa lafa Misiri keesaa baqatani tolchitani. Qit'a kana, ka qit'a gaargala jed'ani, nyaad'a, aka isani haga jirtani guyya lafa Misiri, ta isani keesati gaargaltani, keesaa baatani qaabattani.