Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 11:4 - KITAABA WAAQA

4 Musani waan jed'eeni, AABBO Waaqi waan jed'u, Yo halkani woli qit'aani anini lafa Misiri keesa deeme,

Gade chapit la Kopi




Bahisa 11:4
12 Referans Kwoze  

Halkani woli qit'aani jennaani AABBO Waaqi ilmaani d'iira ta angafa ta lafa Misiri keesa jirtu, gurba Farao ka angafa ka sila hayyooma isaa d'aalu iti keeyate, much'a angafa ka abbaani isa mana iti nama hid'ani keesa jiruti d'aabe ch'ufa fit'e; ammalle ilme horiini goroomuma d'ale ch'ufa hobaase.


Anini gaargala aka lafa Misiriti buuse isaniti buuse. Anini kaima keesani lola keesati fit'e, fardoole teesanile isani iraa fuud'e, ammalle fulla isani teetani reefa namatiini ajeese. Taatule isani nati indeebine.


Atini d'uguma ya nu didde? Atini duula keennaani induultu?


Nami halkani tassa dua. Waaqumati d'ae isa ijeese, nama irre qabule dubbi male hobaasa.


Halkanuma suni anini lafa Misiri keesa bahe angafa namaatiifi ka horifi bineensale ch'ufa ijeesa; ammalle waan harkaani boch'ani Waaqoota jed'ani lafa Misiri keesati kad'atani ch'ufa imballeesa. Anini AABBO Waaqa.


Halkani guddo qonqooni d'ufte, Abbaani fuud'a kana, koota isa arga jed'ani.


Waaqi kara worraa bane lafa worra iti boojiani suni keesaa baasa. Worrileeni balbala fullo dira suni ch'abse baqata, ammalle hayyuuni worraani deemu AABBO Waaqa.


Oobru zabibule ch'ufa keesati imbohani. Wonti akanatiifi anini lafa teesaniti d'ufe isani gaargalcha. Tunini dubbi AABBO Waaqi jed'e.


AABBO Waaqi aka janna had'iisa d'aqa; inni had'iisaa kurfefate guddo eegachuu jira. Inni lalabe iyye nyaapa isale dabsata.


Hojja isani shawesa dame mukeeni suni d'ageetani, nyaapa hobaati iti labsa had'a anati isani dura deeme worra Filisti suni isani dabsachiisa.


Yo Waaqi aka worra Misiri fit'u lafa Misiri suni ke bahe, siddoofi mikhikila balbalaa irati d'iiga arge, inni mana keesani baase akasiini waan sila nama fit'a suni isaniti seenu d'owa.


Aada suni inni gaafa worra Misiri had'e worraa kenne. Anini qonqo imbeenne toko d'agaye ta akana jettu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite