Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 10:26 - KITAABA WAAQA

26 Akananiti, nu horiini iyyaana, qeench'i isaani tokoleeni asi inhafu. Wonti akanatiifi numati hori keenna keesa waan sorio Waaqa baamnu foha. Ammalle haga achiini baanuti hori sorio AABBO Waaqa baasu malani nu imbeennu.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 10:26
12 Referans Kwoze  

D'ugefachaani Abrahamuuni, gaafa Waaqi isa yaame ch'aqase, lafa Waaqi isaa kakhate d'aqe. Inni kae lafa ufi keesaa deeme, ka gara deemu imbeenne.


Nu waan worri waan kana tolchu inseene! Qaraa fiit'e Aabbo ufi kennani; lameesole, fed'i Waaqa gula nule ufi kennani.


Guyya gaafasi agalo fardale dubbi tana irati qorani: Waan qulqulleesani AABBO Waaqaa olkayani. Okoteeni Mana Waaqaa keesa jirtu, akuma qorini ta fulla sorio Waaqaa baasani dura kayani qulqullo, qulqullo taati.


Worri loonifi ree fud'ate AABBO Waaqa sorio baasu d'aqa, ammo sorioni sunileeni woma keesa injirtuufi.


Beese inni daldala iraa argate AABBO Waaqaa baasani. Beese suni oliinkayani ammo nama AABBO Waaqa kad'atu ch'ufati beese suni sagaleefi daarani baha.


Waan lafti tante sii baaftu dadansa ch'ufa AABBO Waaqaa baasi, akasiini isa guddisi.


Reefi looni keesanile fud'ad'a yaa, nale eebisa.


Musani waan jed'eeni, Nu ch'ufti iyyaana, ijoolle teennafi jaarole teennafi ilmaani teennafi ree teennafi looni keennaleeni ch'ufti iyyaani; wonti akanatiifi nu jila guddo AABBO Waaqa tolchu feena.


Musani waan jed'eeni, Yo akasi, hori nu sorio qallufi ka nu gumne sorio AABBO Waaqa keennaa baamnu sila nuu kennu maltani.


Akasi intahu, nu guyya sadi imaltu lafa aloo ke yaane AABBO Waaqa keenna sorio baasu male, akuma inni nuuni jed'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite