Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 10:18 - KITAABA WAAQA

18 Musani Farao biraa deeme AABBO Waaqa kad'ate.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 10:18
8 Referans Kwoze  

nama isani abaarule eebisa, ka isaniti jallatele kad'ad'a.


Ammo waan anini isaniini jed'u, Nyaapa keesani jaalad'a, nama isani gaargalchu Waaqa kad'ad'a,


Musani waan jed'eeni, Anini inuma kad'ad'a, ammo hojja anini sifi hojattu teeti, worra lafa teetiti kad'ad'u nati himi, aka raacha suni sifi worra kanke keesaa balleesani galaana Nile ch'alla keesati hambisani.


Duuba Musafi Harunini Farao biraa yaani, Musani waan raacha suni, ka AABBO Waaqi Faraotiini d'ufe, Iraa balleesi jed'e, Waaqa kad'ate.


Duuba AABBO Waaqi bubbe jabdu toko gara ila aduti d'ufeeni, bubbeeni suni awaanisa ch'ufa fuute galaana Diimati nat'e. Wonti awaanisa fakaatta tokoleeni lafa Misiri keesati inhamne.


Jennaani Faraoni Musafi Haruni yaame waan jed'eeni, AABBO Waaqa kad'ad'a aka inni raacha kana naafi lafa tiyyale iraa balleesu. Anileeni worra keesani galakisa, aka d'aqani sorio Waaqaa baasani.


Ibidi suni jiddu worrati wogube moga olla toko balleese. Jennaani gumiini Musati boote, inni AABBO Waaqa kad'ate, ibidi d'aame.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite