Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 10:12 - KITAABA WAAQA

12 Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Harka kanke lafa Misiri gubbaa qabi, aka awaanisi lafa Misiri ch'ufa qabate waan baha ch'ufa ka bokaya d'akhaani roobu kaani iraa hafe nyaate fit'u.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 10:12
6 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Waan atini Harunini jettu, Ule tante fud'ad'u, bisaani lafa Misiri keesa jira ch'ufa ira olqabi, galaana taanaani, dambala taanaani, haro taanaani, fulla bisaani naqattu ch'ufa ira olqabi. Duuba bisaani lafa Misiri keesa jira ch'ufti d'iiga tahani. D'iigi sunini waan bisaani iti woraabani ch'ufa ka mukhaafi d'akhaani mid'aasani guuta.


Awaanisi aara kaani keesaa lafati baafate, jabeenna aka qanjibu kennaniifi.


Awaanisi lafa Misiri ch'ufa d'osse dukaneese; waan bokaya d'akhaani roobe iraa hafefi mid'aani mukhale ch'ufa nyaate. Wonti dotaatuuni ch'ufti ta oobru keesa jirtuufi ta mukha gubbaa jirtuleeni tokoleeni inhamne, lafa suni keesaa badde.


Inni dubbannaani awaanisi muumme inqamne lafati baafate.


Ammo dargayeeni, waan eege bilchaatuufi imbanne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite