Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 10:10 - KITAABA WAAQA

10 Faraoni waan jed'eeni, Waaqi na didinna, yo anini isanifi ijoolle teesani gad'iise! Anini aka isani mala hama garaa qabdani arraa kale inargini.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 10:10
7 Referans Kwoze  

Amma soba Hezekiani tae isaniini balleesu kana ee injed'ina. Isa ind'ugeefatina! Waaqi gosa d'ibi taka worra ufi harka hayyu Ashuru jalaa imbaamne. Tanaafi Waaqi keesani kuninileeni dandae isani imbaasu!


AABBO Waaqi guyya aka baldo dumansaa worra dura deeme, aka worri gula yae kara iraa imbanne, halkanile aka goola ibidaa bobae ifse, worri ifse argate halkanii guyya godaane.


Fed'i AABBO Waaqa ch'allati guyya ch'ufa guutama.


Musani waan jed'eeni, Nu ch'ufti iyyaana, ijoolle teennafi jaarole teennafi ilmaani teennafi ree teennafi looni keennaleeni ch'ufti iyyaani; wonti akanatiifi nu jila guddo AABBO Waaqa tolchu feena.


Anini ya dide! Isani d'iirti ch'allaani yaa AABBO Waaqa yaamad'a isani qara tana barbaadani. Duuba worra fuula Farao duraa gussani.


Jennaani Faraoni Musa yaame waan jed'eeni, Beena yaa, AABBO Waaqa kad'ad'a, nad'eenifi ijoolle teesanile woliini yaa, ree teesanifi looni keesani ch'alla hambisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite