Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Amosi 7:9 - KITAABA WAAQA

9 Fulla ilmaani Isaaqo iti Waaqa kad'atu balleesani fulla qulqullo Israelile ch'ach'absani. Anini worra hayyu Yeroboamu goraadeeni had'e balleesa.

Gade chapit la Kopi




Amosi 7:9
16 Referans Kwoze  

Yakobooni waan qabu ch'ufa fud'ate Beersheba d'aqe achiti sorio Waaqa abba isaa Isaaqoti baase.


ammalle nami waaqoota d'ara ta harkaani mid'aasani ta Samariatini kakhate, ka maqa waaqa Danitiini yokhaani maqa waaqa Beershebatiini kakhatu, imbada, inni deebie inkau.


Beersheba d'at'ani na inkad'atiina. Betheliti na imbarbaadiina — Betheliini ind'umati. Ammalle Gilgali ind'aqina — nama isii boojiani lafa d'ibii geesani.


Guyya anini worra Israeli maro daba worratiifi balleesu, waan sorio irati qalani ta Betheli balleesa. Ammalle gaafasi, gaafa waan sorio irati qalani ch'ufa iraa ch'ach'absani lafati jissani.


Fulla worri Israeli wollaala tolche fiit'e gaara irati waaqoota d'ara kad'atu, ta dira Aveni keesa, imballeesani. Qoraatifi doobiini fulla worri sorio irati baasu irati baati. Worri ufi jibbaate gaareeniini, Nu d'ossa jed'e, kubileeni, Nura jiga jed'a.


Nu, gosa tante qulqullo, nyaapi d'ufe lafa teenna keesaa nu baase, mana kanke qulqullole seene t'ureese.


Isani waan jettani, yayu nu arabsani, nu ch'eersani lafaa nu balleesani waan nyaapi fulla qulqullo mana Waaqa keesaa jirtu ch'ufa fud'ateefi nu qarqaarsa d'amne.


Wonti inni jed'u tana: Yeroboamuni lola keesati due, gumi Israelile boojiani lafa d'ibii geesani.


Betheli keesati deebite woma inhimini, wonti akanatiifi fullaani tunini mana hayyuuni Waaqa iti kad'atu, yokhaani fulla gumiini lafa teenna ch'ufti Waaqa iti kad'attu.


Wonti woni kunini ch'ufti taatuufi, maro wollaala Yakobotiifi ch'ubbu worra Israeliti. Wollaala Yakobo eentu d'ufeeni? Worra Samariatiniti? Ch'ubbu worra Yuda eentu d'ufeeni? Worra Yerusalemutiniti?


inni AABBO Waaqa durati ch'ubbu tolche, akuma Yeroboamuni, ilmi Nabathi, ka isa durati hayyu tahe worra Israeli ch'ubbu keesa, buuse innileeni akasuma tahe.


waan jettuuni, Isani gaareeni Israeli, waan AABBO Waaqi guddaani jed'u, d'agaya. AABBO Waaqi guddaani waan kubileefi gaareenifi godaafi baleeni jed'u, Dubbi tiyya d'agaya. Anini fulla nami waaqoota d'ara iti kad'atu woraana iti erga.


Anini AABBO Waaqa, ka d'aatu fulla sorio iti qalani eju arge. Inni waan jed'e, Fiit'e utuba Mana Waaqaa d'ai, aka mikhikili balbalaa chochou. Utuba suni fiit'e iraa ch'ach'absi, aka fiit'eeni suni nama arti jiru ch'ufa ira jiddu. Duuba anini nama hafe kaani ch'ufa goraadeeni balleesa, tokoleeni na dura bahe imfiigu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite