Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Amosi 7:7 - KITAABA WAAQA

7 AABBO Waaqi ammalle daayya keesa woi na agarsiise. Wonti anini arge isa mana haadaani qajeelchani d'akhaani jaarani, d'aatu eju, ka haada qajeelchaniini suni harkaa qabu, arge.

Gade chapit la Kopi




Amosi 7:7
13 Referans Kwoze  

Akuma anini Samaria gaargalche kaani Yerusalemule tolcha, akuma duri hayyu Ahabu Israelitiifi d'aloota isale tolche. Gumi Yerusalemu ch'ufa lafa iraa hare balleese, akuma qori d'iqani lafati gombisani tolcha.


Malaikaani naani dubbate ule worqi ta d'eerinna diratiifi fullo isaatiifi naabooni biimani harkaa qabdi.


Jennaani ule woiini biimani nati kennani waan jed'ani, kai, Mana Waaqatiifi waan sorio irati qalani biimi jara keesati kad'atu ch'ufa hedi.


Inni maneeni sunitini na d'iannaani, anini nama aka sibiila diima bibiliqu arge. Inni haada horogeetiifi ule woini biimani harkati qabate, balbala mana toko keesa eja.


AABBO Waaqi aka naabo Sioni jissani ya herege buufate; inni aka naabo suni tokole inhamne ch'ufa balleesani d'und'umna d'ae. Doofi d'ed'eertufi naaboni d'akha ka diraani jaaranileeni ya woliini ch'abe butute.


Urungufi haranqeesa male waan d'ibi keesati inargani. AABBO Waaqi lafa balleese duwa tolche akanumati lakisa.


Yayaba suni d'ugaani biimani, qajeelumaani qajeelchani. Bokeeni d'akhaani roobu kiyyiba isani fulla iti d'eetani tolfatani hare, fach'ai bisaanileni fulla isani iti baqatani balleesa.


Jennaani inni worra Moabu dabsate, nama qaqabe lafa ch'ich'ifsise nama sadi ch'ufa keesaa nama lama fit'e. Duuba akanaani worri Moabu isa jalati bule gibira baaseefi.


Yo inni jed'e, kuno, AABBO Waaqi bira eja. Waaqi waan jed'eeni, Anini AABBO, Waaqa Abrahamutiifi ka Isaaqo; lafa atini amma ira ch'iiftu tana sifi ilmaani teetii kenna.


Ammalle AABBO Waaqi herega ufii garagalfate waan jed'e, Wonti atini agarte kunileeni intaatu.


Inni, Amosi, maani agarta? jed'e na gaafate. Anini waan jed'eeni, Haada mana jaaraniini qajeelchani arga. Jennaani inni waan naani jed'e, Anini haada kanaani, aka gumiini tiyya ta Israeli qajeela injirre, garsiisa. Anini deebie worraa araarame biraa indeemuufi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite