Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Amosi 6:9 - KITAABA WAAQA

9 Yo worra toko keesa, nami kud'ani ka d'iira hafe, ch'ufti inhobaa.

Gade chapit la Kopi




Amosi 6:9
10 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Diri Israeli toko askarti kuma toko duula erga, ammo ta galtu d'ibba toko ch'alla; diri d'ibileeni askarti d'ibba toko duula erga, ammo kud'ani ch'allati iti gala.


Maro ababooti ilmaani hayyu kana ch'ubbu tolchiteefi ilmaani isa tana ha fit'ani, ilmaani tunini tokoleeni lafa mohatte dira heddu injaaratu.


D'alooti isaa ch'ufti ha hobae, maqa isaa d'aloota taka tanale keesa ded'aniti.


Hojja Waaqi iti dallanu, mana isaatiifi waan inni qabu ch'ufa lolaani balleesani.


bubbeeni jabduuni toko lafa alooti d'ufte mana suni gama ch'ufa d'oofte, ilmaani suni irati qaarifte hobaafte. Nami fiige, ka oduuni si d'ufe, anuma ch'alla.


Inni ilmaani d'iira torbafi dubra sadi qaba;


Ufi d'aade waan jed'e, Dureesa aka kiyya lafa tana keesati ingartani. Ilmaani tiyya heddu, hayyuuni ya guddinna naa dare, hojattu isaa taana ch'ufa ira na dabarse.


Yo akasile taate, anini isani keesa nama toko hambisa, ka qaallu naa tahu. Ammo inni ilad'abe ufi jibbaata, ammalle d'alooti keesani ch'ufti woraanani hobaa.


Dooti yayu deresha manatini nuti seente maneeni teenna jajabdu duudde; isiini yayu ijoolle kara keesa teteetufi kaima gabaya keesa jirule qabate fit'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite