Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Amosi 2:14 - KITAABA WAAQA

14 Nami qolchaleeni imbahu; jabaaleeni jabeenna d'aba. Askartileeni lubbu ufii imbaaftu.

Gade chapit la Kopi




Amosi 2:14
9 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi waan jed'u, Qarooni qarooma ufitini kooru himmalle, jabaaleeni jabeenna ufitini kooru himmalle, dureesileeni durooma ufitini kooru himmalle.


Anini lafa tana irati waan toko d'ibile ya hubad'e; qolchaani dogoomsu keesa guyya ch'ufa nama inqolchu, jannileeni had'iisa guyya ch'ufa indabsatu, qarooleeni guyya ch'ufa bulti inargatu, nami maltichileeni guyya ch'ufa horiti imbahu, ammalle nami jabaani wo beekhuleeni hojja ch'ufa waan fed'u inargatu. Mudani namuma ch'ufati galti.


Hayyuuni maro askartini isa hedduutifi nama indabsatu; askartileeni jabeenna isiitiini nama indabsatu.


Ammo worri ch'ubbu qabu ufi jibbaate, ufi d'aatu mimilate, kara bahuuni d'aba, wonti worri abdatu duuma.


Fullaani isani baqattani iti baatani injirtu.


Hayyu Sedekiafi askartini isaa ch'ufti waan tahe kana arginaani halkaniini dira keesaa baqachaa kaani. Worri kara oobru hayyu yae, Fullo naabo lamaani jiddu jirtu keesa dabre, qajeela bale Yordani baqate.


Inni worra jajabaafi dira worra jajabaale balleesa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite