Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Abba herega 8:4 - KITAABA WAAQA

4 Dubbini hayyuu jabeenna qabdi; eentu, atini maafi waan kana tolchita? Jed'e isa gaafata?

Gade chapit la Kopi




Abba herega 8:4
18 Referans Kwoze  

Inni woma fed'u fud'ata, nami dandae ind'owu; nami tokoleeni ka, Atini maani tolchita? jed'uuni injiru.


Inni nama lafa keesa jiru ch'ufa womatu indaru, malaikaani gubbatiifi nami lafaleeni ch'ufti finna isaa jalati bula. Nami woi isani morme, Atini maani taata? jed'e gaafatu injiru.


Ammo, atini eennu kana, ka Waaqaani akana jettu? Eeleeni faara nama isi d'aeeni, Maafi akana na d'oofta injetti?


Dallansuuni hayyuu itansu nyeench'a fakaati, nami isaa dallansiisu seeruma nama ufi ijeese.


Dallansuuni hayyuu itansu nyeench'a fakaati, ammo naasuuni isaa akuma bokaya roobuti.


Amma tana akuma qonqo magalatatiifi ta dibbetifi ta bilbilatifi ta kiraaritifi fulludoofi ta miha sirba d'ibi ch'ufa d'ageetanini gajed'a akheekha suni kad'ad'a; ammo yo kad'achu baatani, hojuma suni goola ibida keesa isani buusani. Waaqa kamiti harka kiyya keesaa dandae isani baasa?


laleesa ree, korma luku, hayyu nama dura deemu.


Jennaani hayyichi Benaiya yaame, Beeni, Shemei ijeesi jed'eeni; jennaani inni kae ijeese. Akanaani Solomonini aka jaba lafa suni ch'ufa fide.


Duuba hayyu Solomonini Benaiya erge, inni d'aqe Adonia ijeese.


Duuba hayyuuni Misiri deesiftu nad'eeni taani wolti yaame waan jed'eeni, Isani maafi ijoolle d'iira ijeesu diddani waan akana taatani?


Ammo hayyichi Yoabufi askarti isaa dubbi guuchisiise worri kae isa biraa yae worra Israeli heddu d'aqe.


aka arra kakhu anini duri maqa AABBO Waaqa Israelitini si kakhad'e, ta anini ilmi kanke Solomonini hayyuma nara fuud'a sini jed'e guutu.


Jennaani namicha gudda Tatenai jed'ani kaanifi Shethar-Bozenaifi waheli worraa jecha hayyu kaani ch'ufa guutani akasuma tolchani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite