4 D'alooti ilmaani suni woma imbahu, dukana keesa bade achumati ded'ani.
D'alooti isaa ch'ufti ha hobae, maqa isaa d'aloota taka tanale keesa ded'aniti.
Yo nami lubbu bule ijoolle d'ibba toko d'ale ammo gammadafi awaala dansale d'abe, naa garaacha nama ira bahuti ira woyya.
Inni taka adule inargine, yokhaani taka womale imbaranne, ammo ha taatuti ya fulla boqota gahe —