Abba herega 6:2 - KITAABA WAAQA2 Waaqi duroomafa, ulfinnafa, qabeennafi waan ch'ufa ka nami fed'u inkennaafi, ammo aka inni quufe machauuni iti illakisu. Ammo fulla isaa namuma d'ibi ka inni imbeenneti d'uge quufe machaani. Tunileeni woma imbaatu, woma dabaati. Gade chapit la |