Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Abba herega 4:8 - KITAABA WAAQA

8 Fakeenna, namicha tokoti jira, ka kobaa galu, ka ilmaafi oboleesale inqamne, ammo ka halkani guyya hojate waan guddo argate sunile inquumne. Inni eenu jed'e waan kana ch'ufa hojate machi ufi d'owa? Tunileeni woma imbaatu, finna hama toko ka nami keesati fidamu.

Gade chapit la Kopi




Abba herega 4:8
21 Referans Kwoze  

Wonti lafa keesa jira ch'ufti, d'araa nafatiifi d'araa ilaatiifi finna nami jaalatuleeni gara Abbaati ind'umne, ammo lafuma keesaa d'ufe.


D'araani namaa akuma boola ekhera jirti — ta haguma jirtu inguutamne.


Ammo Waaqi waan jed'eeni, Atini daalle, halkani kana lubbu tante fed'ani; horiini atini olkeete suni ka eennu taha duuba?


Wonti ch'ufti nama dad'absiifti — waan nami dandae dubbatuuniti. Ilti waan agartu inquuftu; gurrileeni waan d'agayuuni inguutamu.


Nati koota, nami dad'abefi ka baa ulfo baatu anini isani boqachiisa.


Anini kutad'e, Waan lafa tana gubbati tolchani ch'ufa qalbeefad'e laale barad'a jed'e. Waaqi haga jiru jireenna yayu gaargala nama ira kaye.


Isani la baddaani; worra mana heddu bitate ammalle oobru d'ibile iti daratu. D'iotu nami d'ibiini fulla qubatu d'abe, isani ch'allaani lafa keesa teetani.


Nami beese jaalatu inquufu; nami durooma barbaadu waan fed'u ch'ufa inargatu. Tuninileeni woma imbaatu.


yokhaani gaandidule ira injiru. Wonti inni tahu tokoleeni woma keesa injirtu; inni beese wolti tuula, ammo nama eege d'ufe fud'atu imbeekhu.


Jennaani AABBO Waaqi waan jed'e, Nami kunini ka koba tau dansaniti, wahela isaa male tolchaafi.


Isani maanifi waan isani inquufsine beese iti baaftani? Isani maanifi ka beela imbaane beese teesani baaftani? Na ch'aqasa, dubbi tiyya gula yaa, sagale sagale ch'ufa ira dansa nyaad'a.


Nami haga jiru ch'ufa heregafi gaargala qaba. Halkanile qalbiini isaa imbultu; tuleeni woma imbaatu.


Nami qaroomafi beekhumafi oguma ufitiini hojate, duuba eege nama waan suni inhojatiiniti lakisa. Aki kunini woma imbahu, ammalle daba!


Anini ammalle waan woma keesa injirre d'ibi lafa keesati ya arge.


Duuba ammo, ee AABBO Waaqa, wonti anini d'aabad'u maani? Wonti anini d'aabad'u suma.


Hayyuleeni waan lafti baaftu male injiraatu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite