Abba herega 4:1 - KITAABA WAAQA1 Jennaani anini laale, aka lafa tana keesa nami dabsani, ka nama qarqaaru inqamne tae bohu, arge. Nami tokoleeni worra inqarqaare, waan nami worraa dabsu suni irre worra ira qabuufi. Gade chapit la |
AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Anini qorsumafi isaniti d'ufa, ammalle anini maruma toko worra falfala tolchu taanaani, d'iirafi nad'eeni aada male wolti yaatu taanaani, nama d'ara d'ugeesu taataanaani, ch'ubbicha nama hojattu isaati hori baasu didu taanaani, nama haad'a hiyyeesatiifi hiyyeeyi dabsu taanaani, nama keessuma ulfeesu didu taanaani, ammalle nama ch'ufa ka na insodaanne, d'uga intahuufi.