Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Abba herega 3:16 - KITAABA WAAQA

16 Tana malele, lafa tana keesati anini waan ch'ubbu fulla d'ugaafi qajeelumti jiraachu malteti arge.

Gade chapit la Kopi




Abba herega 3:16
15 Referans Kwoze  

Jennaani anini laale, aka lafa tana keesa nami dabsani, ka nama qarqaaru inqamne tae bohu, arge. Nami tokoleeni worra inqarqaare, waan nami worraa dabsu suni irre worra ira qabuufi.


Hojja atini lafa toko keesati hiyyeesa dabsani d'ugaafi qajeeluma d'owani argite, imamiini. Nama gudda ch'ufa nama isa ira jiruti tissa, ammo worra lachule nama worra ira jiruti tissa.


Pauloni waan isaani jed'e, Waaqumaani si d'ainna, atini aka naabo d'akhaani jaraani ta daara dibani adeesani jirta; aka sila Seera gula na qortuufi arma teete ammo Seera male afaani keesa d'aa namaani jetta?


Ammo isani hiyyeeyi intufattani! Eentu isani gaargalche fulla qorsuma isani geesa, dureeyi male?


Qaalole gugurdofi kori ch'ufti dubbi d'aratiini Yeso himatani, aka ijeesani;


Jaaroleeni isaa nyeench'a itanu fakaatti; jaallabooti isaa yai beeloofte fakaati, ta sabdoofte lafe haga boriti asi qorattu.


Worri ch'ufti aka waan hamtu tolchu ya iti ogeesa tahe. Jaaroleefi jaallabi gumbo nama ira fud'ata. Nami gurra qabu waan fed'u worra suniti hime duuba ch'ubbu iti wold'aqani.


Hojja oobru fed'ani, d'aqani saamani; hojja maneeni fed'ani, d'aqani qabani fud'atani. Wonti nami qabu, namafi saileeni, yokhaani mihi manaleeni, ka baha injirtu.


Akanaani qajeelumti badde d'ugaani fagaatte. D'ugaani gugufatte balchoomi fulla seenu d'abe.


Anini gaafa waan lafa tana irati tolchani herege, wonti anini arge, nama gari ka jabeenna qabuufi nama gari ka worra suni jalati gaargalu arge.


Ato guddo oobjatte, huji woma keesa injirre hojatte, yokhaani dubbi d'eeratele, Waaqa sodaachu malte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite