Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Abba herega 3:12 - KITAABA WAAQA

12 Duuba wonti anini arge, aka nami ch'ufti haga lubbu qabu gammade waan dandau tolchu.

Gade chapit la Kopi




Abba herega 3:12
17 Referans Kwoze  

AABBO Waaqa d'ugeefad'i, waan dansaa tolchi; lafale nagayaani keesa tai.


Tanaafi wonti dansaani nami tolchuu male, ka anini arge, nami waan hojate argate nyaate d'uge gammaduuni male. Wonti tokoleeni d'ibiini ka nu tolchinu injirtu, karaani tokoleeni ka waan nu eegi doone taanu beenuuni injiru.


Waan dansa tolcha jed'iini, Huji dansaani durooma jed'iini, Arja taha, waan qabdani namaa qooda jed'iini.


Anini ya waan ch'ufa isani agarsiise, aka nu akasi hojanne nama lalaafa qarqaaru malle. Ammalle dubbi Aabbo Yesoni jed'e qaabad'a, ta inni, Wonti kennani waan fud'atani ira eeba qabdi jed'e.


Ammo waan mudunufi qori keesa jira hiyyeeyii qooda, duuba wonti ch'ufti qulqullo isanii taati.


Atini nama gammadaani d'uga gula deeme kara kanke jabeese qaabatu qarqaarta. Ato atini nuti dallantele, nu daba iraa indeebine, hojja ch'ufa inuma tolchina. Ato dallansuuni tante guddo taatele, nu haguma duriti ch'ubbuma gula yaane.


Akuma AABBO Waaqi qara isani jaalate isani horsiise daraarse, akasuma inni isani jibbe, isani balleese daara isani baasa. Lafa isani fud'attani iti qubachu geetanile ira isani godaansisani.


Achiti, AABBO Waaqa keesani ka isani eebise durati, isanifi worri keesani sagale nyaattani waan dansa isani hojattani iraa gammaddani.


Isanifi ilmaani teesanifi hojattu teesanifi worri Lawi ka dira keesani keesa tauleeni waan Waaqaa baasani kana AABBO Waaqa keesani ch'alla durati soorad'a fulla kad'acha ta AABBO Waaqi keesani fohate suni ch'alla keesati soorad'a. Ammalle waan tolchitani ch'ufa ira gammadu maltani.


Waan dansa AABBO Waaqi keesani isanifi worra keesaniti kenne jed'a galata deebisaafi: ammalle isanifi worra Lawitifi keessuma isaani keesa jirtuleeni woliini gammada.


Ato qarooma barbaaduma barbaadu, anini farso d'uge ufi owise ufi gammachiise. Anini waan sehe, karaani kunini kara dansa, ka nami haga jireenna gabaaba lafa tana gubba jiru tauu male.


Wonti namaa ira jira aka inni waan hojate nyaate d'uge gammaduuni. Ammo anini ya hubad'e, aka tunileeni Waaqa iraa d'uftu.


Tanaafi wonti anini arge, nami ufi macheesu male; wonti akanatiifi gammachuuni inni jireenna kana keesa qabu nyaatafi machi ch'alla. Ato inni haga Waaqi lubbu isaa lafa tana irati bulchu hojatu, yo waan d'ibi dad'abele waan kana tolchu indad'abu.


Kaimticha, haga kaimoma qabdu gammadi. Waan miiri si yaadu ch'ufa tolchi. Ammo aka Waaqi takaa tana waan atini taate si qoru qaabad'i.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite