Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Abba herega 2:16 - KITAABA WAAQA

16 Nama qaro inqaabatani, daallele inqaabatani. Takaa tana nama ch'ufa inded'ani. Nami ch'ufti akuma takaa dua, qaroofi daallele inqabdu.

Gade chapit la Kopi




Abba herega 2:16
17 Referans Kwoze  

Waan duri dabre nami qaabatu injiru, ammalle waan takaa tana tahale nami eege d'ufuleeni inqaabatu.


Ee, ka jiru aka duu imbeekha, ammo ka due woma tokole imbeekhu. Wonti worri argatu injirtu, deebiani inqaabatanile.


Fulla dukana suni keesati waan mama ka atini tolchite imbeekhani? Yokhaani worra waan isaani ded'ani, lafa isaani keesati dansuma tante ini argani?


Jennaani nami d'ibiini ka Yusufu fuula imbeenne hayyuma argate lafa Misiri fide.


Akuma nami ch'ufti maro toko ch'alla due, ammo eegi suni Waaqi nama qoru,


Jennaani biyyiti AABBO Waaqa d'eetu woliini haasoofte, AABBO Waaqi waan worri jed'e ch'aqase dubbi worraa d'agaye. Isa durati kitaaba toko t'aafani, ka waan worra AABBO Waaqa d'eete isaa saalfatule, keesati t'aafani.


Nami qarooni kara kamiini daalle ira jira? Hiyyeesa arga d'ageetiini maal baati?


Nami qarooni gara deemu beekha, ammo daalleeni imbeekhu. Yo akasile taate, anini imbeekha, aka nama ch'ufa dooti eegattu.


duuba bubbeeni d'ufte hafufte balleesiti nami deebie inargu.


Nami ch'ufti inarga, aka qaroofi daalleefi sirgolleeni due, hori ufii ilmaani ufiiti lakisu.


Daudini faaru taanaani isaa bohe. Abinerini maanifi aka daalle due?


Jennaani Yusufufi oboleyaani isaa ch'ufafi d'alooti sunini ch'ufti hobaani.


Anini herege waan ufiini jed'e, Yo wonti daalle qabata nale qabatu qaroomi kiyya maani na baha ree? Woma tokole na imbahu.


Fulla mana jila deemani, hojja mana boha deemani ira jirti, waan nami jiru aka dooti isa eegatu ufi qaabsisuufi.


Anini nama hamama awaalani arge, ammo nami worra awaale biraa galu, ato karaa yau, diruma worri duri hameenna keesati tolche keesati dansuma worraa dubbata. Tunileeni woma imbaatu.


Dira suni keesa namicha deega toko jira, ka sila qalbi ufitiini dandae dira suni baasu, ammo namu isa inqaabanne.


Nami woi beekhu waan tahu beekha, tanaafi qarooma qaba, daalle daallumuma isaati isa soba.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite