12 Qarale hayyuuni woma hayyuuni d'ibiini qara tolche male dandae waan d'ibi intolchu. Duuba anini eegi suni waan qaroomafi maraatufi daallumti qabdu herege.
Anini kutad'e, beekhumafi daallumafi qaroomafi maraatu gargari barad'a jed'e, ammo hubannaani aka nama qilleensa gussu ufi arge.
Ammo ato akasile taate, anini ufi baase aka beekhaani wo barad'u; ammalle aka qaroomafi waan imbeennele barad'e, aka woni hamtuuni daallumafi maraatu hubad'u.
Wonti jiraatiifi yokhaani wonti gad'ufaleeni qara taate. Waaqi woma qara tahe yo ch'ufa gadeebisa.