Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Abba herega 2:10 - KITAABA WAAQA

10 Anini waan fed'u ch'ufa inargad'e, waan ilti tiyya d'araatufi ch'ufa inquubse, gammachu tokole ufi ind'owarre, wonti anini hojad'e ch'ufti na gammachiifti. Wonti anini argad'e kunini ch'ufti galata huji tiyya.

Gade chapit la Kopi




Abba herega 2:10
21 Referans Kwoze  

Niiti jaalattu woliini gammada, haga jireenna woma imbaane ka Waaqi sii kenne kana jirtu. Bulti soora inqamne tana ch'ufa gammadi, wonti atini huji hojattu ira argatu sunuma.


Wonti anini arge tana: wonti waan ch'ufa ira dansa, ka namu tolchuu male, aka waan hojate argate nyaate d'uge gammaduuni, haga bulti gabaabdu Waaqi kenneefi tana jiru; jiruuni namaatu tanuma.


Tanaafi wonti dansaani nami tolchuu male, ka anini arge, nami waan hojate argate nyaate d'uge gammaduuni male. Wonti tokoleeni d'ibiini ka nu tolchinu injirtu, karaani tokoleeni ka waan nu eegi doone taanu beenuuni injiru.


Waan woma keesa injirre gula deemu na d'owi; akuma atini kakhate na jireesi.


Hujiini tante waan atini feetu si kenniti, duuba atini woi horate gammada.


Wonti lafa keesa jira ch'ufti, d'araa nafatiifi d'araa ilaatiifi finna nami jaalatuleeni gara Abbaati ind'umne, ammo lafuma keesaa d'ufe.


Nami hojate jireenna ufi keesa heregaani deeme maani iraa argata?


Kaimticha, haga kaimoma qabdu gammadi. Waan miiri si yaadu ch'ufa tolchi. Ammo aka Waaqi takaa tana waan atini taate si qoru qaabad'i.


Tunileeni woma imbaatu, seeruma nama qilleensa gussuuti. Fulla ila d'eerattu, yo waan harkaa qabdu quuftu dansa.


Hegeri horini kanke koola baase aka risa barsiise yoosu sira bada.


Anini yayu kakhad'e, aka ato dubra argele ind'araanefi.


Jennaani inni gale, waan abbaafi haad'a ufiitini jed'e, Intala Filisti toko gara Timna suniti arge, kaa, na kad'ad'a.


ilmaani Waaqa toko aka dubarti namaa mid'aadu agarte jennaani ta feetu fuute.


Duuba niitiini aka mid'aani mukha suni nyaataa dansatiifi ilaa mid'aago agarte, ammalle aka isaani hubacha namaa kennani d'ageennaani buqifte nyaatte d'iirsale kennite innileeni nyaate.


Nami beese jaalatu inquufu; nami durooma barbaadu waan fed'u ch'ufa inargatu. Tuninileeni woma imbaatu.


Waaqi duroomafa, ulfinnafa, qabeennafi waan ch'ufa ka nami fed'u inkennaafi, ammo aka inni quufe machauuni iti illakisu. Ammo fulla isaa namuma d'ibi ka inni imbeenneti d'uge quufe machaani. Tunileeni woma imbaatu, woma dabaati.


Jaalala, jibba, d'iibiini worraleeni worruma woliini dooti. Ituma deebiani waan nami jiru lafa tana irati tolchu qooda keesa inqabani.


Anini waan ufiini jed'e, Eega, nyaad'e d'uge ufira tae gammada. Ammo waan anini arge, suleeni woma imbaatu.


Wonti namaa ira jira aka inni waan hojate nyaate d'uge gammaduuni. Ammo anini ya hubad'e, aka tunileeni Waaqa iraa d'uftu.


Inni dukana keesa laalefachafi gaargalafi dallansufi fayyad'abaani taa.


Tanaafi wonti anini arge, nami ufi macheesu male; wonti akanatiifi gammachuuni inni jireenna kana keesa qabu nyaatafi machi ch'alla. Ato inni haga Waaqi lubbu isaa lafa tana irati bulchu hojatu, yo waan d'ibi dad'abele waan kana tolchu indad'abu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite