Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Abba herega 11:3 - KITAABA WAAQA

3 Mukhi gamuma fuula deefate qaariu ch'iisa. Dumansi yoomi galmau rooba.

Gade chapit la Kopi




Abba herega 11:3
9 Referans Kwoze  

Yo nami hori lafa tana qabaate ammalle oboleesa isaa ka gaargala qabu arge ammo garaa iti jabaate, inni akamiini, Waaqa jaalad'a ufiini jed'a?


Waan inni nama oobru eeguuni jed'e Ilaali, ganna sadi mid'aani mukha odaa kana iraa fed'ad'e d'abe. Muri; maafi lafa d'owata?


Jennaani maro tokotu jaldooni dumansa gubba ch'ufa qabate, bubbeeni bubbifte, bokeeni gubbaa baafate. Ahabuni gaari isaa yaabate, kae gara Yezreeli iti d'aabate.


D'agara yayu hidda mukha jala kayani; mukha mid'aani dansa imbaamne ch'ufa muraniti ibida keesa buusani.


Hori kanke fulla heddu olkeyad'u; wonti akanatiifi waan hamtu guyya toko lafa tana keesati siti d'ufa imbeetu.


Yo nami qilleensafi dumansa Waaqaa ka roobaa deebiu eegu, inni ituma deebie mid'aani fach'aase imuratu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite