Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Abba herega 1:2 - KITAABA WAAQA

2 Abbaani Herega waan jed'e, Jireenni waan woma namaa imbaane, waan woma imbaane. Inni diqole woma imbahu.

Gade chapit la Kopi




Abba herega 1:2
23 Referans Kwoze  

Inni akuma qileesa jira, guyyaani isaleeni akuma gaandidu dabra.


Wonti akanatiifi uumama ch'ufa ilaallaani, Woma imbahu jed'ani. Inni maro fed'i ufitiiniti, ammo maro Waaqi akasi fed'eefi akana tahe. Ammo abdi tanati jira:


Nami beese jaalatu inquufu; nami durooma barbaadu waan fed'u ch'ufa inargatu. Tuninileeni woma imbaatu.


Abbaani Herega waan jed'e, Woma imbaatu, woma imbaatu, wonti tokoleeni woma imbaatu.


Waaqi qaroomafi beekhumafi gammada nama isa gammachiisuu keenna; ammo inni nama daba hojachiise, aka waan inni argateefi waan olkeyatu nama Waaqa gammachiisuu kennani. Tunileeni woma imbaatu, seeruma nama qilleensa gussuuti.


Eentu beekha — inni qaro taanaani yokhaani daalle taanaani? Ammo ha taatuti, waan anini hojad'eefi ka qaroomi kiyya lafa tana irati naa kenne ch'ufti isumaa hafti. Tokoleeni woma imbaatu.


Jennaani eegi suni huji tiyya aka isiiti d'ibame hojad'e herege, ammalle aka wonti suni tokoleeni woma keesa injirre hubad'e. Fakeenna, isiini akuma qilleensa gussani jirti — woma keesa injirtu.


Nami haga jiru ch'ufa heregafi gaargala qaba. Halkanile qalbiini isaa imbultu; tuleeni woma imbaatu.


Tanaafi anini jireenna jibbe; wonti akanatiifi gaargala male woma ira ingargatani. Jireenni woma keesa injiru, seeruma nama qilleensa gussuuti.


Nami lubbu bule ch'ufti ha gammadu; ammo ha qaabatuuti, aka guyyaani dua ka dukana hagasi ira d'eera. Wonti tokoleeni ta d'aabatani injirtu.


Dubbini akuma d'eeratuuni miaa d'abdi; kara kamiini goomita qabdi?


Fakeenna, namicha tokoti jira, ka kobaa galu, ka ilmaafi oboleesale inqamne, ammo ka halkani guyya hojate waan guddo argate sunile inquumne. Inni eenu jed'e waan kana ch'ufa hojate machi ufi d'owa? Tunileeni woma imbaatu, finna hama toko ka nami keesati fidamu.


Ammalle waan anini arge, wonti biyyiti guddo hojattufi, maro halcha nama d'ibitifi. Ammo tunileeni woma imbaatu, seeruma nama qilleensa gussuuti.


Silaaftu woma takaati namafi bineensale eegata, waan kaanileeni akuma kaani duufi. Worri ch'ufti bineensuma aka takaati, namileeni bineensa ira injiru; wonti akanatiifi jireenni worraa lachuleeni woma keesa injiru.


Nami qaroomafi beekhumafi oguma ufitiini hojate, duuba eege nama waan suni inhojatiiniti lakisa. Aki kunini woma imbahu, ammalle daba!


Wonti tokoleeni si yaadesite yokhaani si ind'ukubsiini. Kaimomi kanke haga gabaaba, beekhi.


Nami hayyuuni fidu hegeri muumme inqabu, ammo yo inni lubbu d'abe nami waan inni tolche qaabate galata deebisuufi injiru. Tuninileeni woma imbaatu, seeruma nama qilleensa gussuuti.


Anini herege waan ufiini jed'e, Yo wonti daalle qabata nale qabatu qaroomi kiyya maani na baha ree? Woma tokole na imbahu.


Yo harreeni diidaa matat'e worrati galtu, daalleeni wo hubati.


Aka guyyaani kiyya gabaaba qaabad'u! Aka nami jiru jireenna inteenne qaabad'i.


Anini qarsifi worqi, ta lafa anini mohad'u keesati olkayani, ch'ufa guurad'e wolti tuule. Sirbitu d'iirafi nad'eenile qaba, nad'eenile haga d'iirti feetu ch'ufa inqaba.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite