Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 8:6 - KITAABA WAAQA

6 yo atini d'uguma nama d'uga qajeela taate Waaqi si qarqaaru indidu, worra kanke ch'ufa sii deebisa.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 8:6
20 Referans Kwoze  

AABBO Waaqa, kai, nu qarqaari, harka keetiini nu baasi, akuma atini duri tolchite. Nami goorjama Rahabu jed'ani gargari ch'ire siiniti?


Nami d'ugaa ingammada, wonti ch'ufti intoltifi. Worri waan hojate iraa wo argata,


AABBO Waaqi sorio ch'ubbicha injibba, ammo kad'achaani nama d'ugaa isa gammachiifti.


Gaafasi atini nagayumani mana keetiti galta; yo ree tante toatule tokole keesa ind'abdu.


Ee AABBO Waaqa, dallansu tanteetiini lafaa kai! Nyaapa kiyya, ka nati dallanu kana, kai balleesi; lafaa kai na qarqaari! Wonti atini nama iraa barbaaddu aka nami d'uga gula deemu.


ammo taatule anini harka kiyyaani waan hamtu intolchine, kad'achaani tiyya ta d'ugaati.


Anini nama ch'ufa ka fulla ch'ufati Waaqa kad'atu fed'a, nama Waaqa jaalatu ka dalansufi wolmormiti male harka olqabate kad'atu.


Yo isani harka nati oliqabattani na kad'attani anini isani illaalu. Ato isani haga feetani ch'ufa kad'attani, anini isani inch'aqasu wonti akanatiifi isani nama harka d'iigaati.


Ee Aabbo, kai, atini maafi teete rafta? Kai, nu indidiini, nu qarqaari!


AABBO Waaqi waan jed'eeni, Atini aka hojattuuni tiyya Ayubuni nama d'uga qajeela Waaqa sodaate waan hamtu lagatu agarte? Lafa keesa nami aka isa injiru.


Worri hiyyeeyi dabse, maro sunifi isiini Waaqati boonnani inni qarqaarsa worri kad'atu d'agayeefi.


AABBO Waaqi worra ch'ubbicha abaare, nama d'ugaa worra isa eebisa.


Ch'ubbu keesa jirtu ufi ira fageesi, waan hamtu mana kanke keesaa baasi.


Ee AABBO Waaqa, atini amanti nama si amanu, ammalle nama siti inch'ubbamne atini iti inch'ubbamtu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite