Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 8:19 - KITAABA WAAQA

19 Ee, gammadi worri ch'ubbuu argatu sunuma — duuba worri d'ibiini d'ufe, fulla isaani fud'ata.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 8:19
8 Referans Kwoze  

gammadi nama ch'ubbicha gabaaba, gammachuuni nama Waaqa imbeenneleeni haguniti:


Inni hiyyeesa awaara keesaa fuud'e; d'ipata d'ipu keesa baase,


Inni hiyyeeyi awara keesaa fuud'e, nama laafa woma inqamne fulla daara iti harani keesaa baasa. Inni worra suni worra gugurda woliini teesise barch'uma guddinna kennaafi, yayabi lafaa ka AABBO Waaqati, inni isii irati waan ch'ufa jaare.


Abbaani keenna Abrahamu ufiini injed'ina, wonti akanatiifi Waaqi d'akhaaye tana keesa ilmaani Abrahamu yaasu dandaa.


Akanaani mukhi lafa keesa jiru ch'ufti aka anini AABBO Waaqa beekha. Nami mukha d'ed'eera mure gabaaba baase d'ed'eereersu anuma. Ammalle anumati mukha doti gogose gogale dotteesa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa. Anini waan jed'u inuma guuta.


Nami dubbi qoru Waaqa, ka nama gari wollaala iti mure ka gariti d'ugaa muru.


Ammo Waaqi nama wollaala inqamne lafa imbuusu, nama ch'ubbu qabule inqarqaaru.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite